-
2 Saamuʼel 14:28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 Abishaalomis waggaa lama guutuu Yerusaalem keessa ni jiraate; garuu fuula mootichaa hin argine.+
-
-
Hojii Ergamootaa 15:37-39Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
37 Barnaabaas, Yohaannis inni Maarqos jedhamu isaanii wajjin akka deemu murteessee ture.+ 38 Phaawulos garuu Maarqos Phamfiliyaatti isaan biraa waan deebiʼeef, hojichaafis isaanii wajjin waan hin deemneef, isaanii wajjin akka deemu hin barbaanne.+ 39 Yeroo kanatti falmii guddaan isaan gidduutti waan kaʼeef gargar baʼan; Barnaabaas+ Maarqosiin fudhatee dooniidhaan gara Qophros dhaqe.
-