-
2 Saamuʼel 16:21, 22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Ahitoofelis Abishaalomiin akkana jedhe: “Saajjatoota abbaa keetii warra inni akka mana* eeganiif dhiisee deemee+ wajjin saalqunnamtii raawwadhu.+ Achiis guutummaan Israaʼel abbaan kee akka waan xiraaʼaatti akka si ilaalu gochuu kee ni dhagaʼa; warri si deggeranis humna ni argatu.” 22 Kanaafuu, isaan baaxii manichaa+ irratti Abishaalomiif dunkaana ni dhaaban; innis ija guutummaa Israaʼel duratti+ saajjatoota abbaa isaa wajjin saalqunnamtii raawwate.+
-