-
Fakkeenya 6:9-11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Yaa dhibaaʼaa nana, hamma yoomiitti achi ciista?
Hirriba kee irraa hoo yoom dammaqxa?
-
-
Fakkeenya 24:30, 31Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
31 Maasiin isaa aramaadhaan liqimfamee nan arge;
Lafti isaa doobbiidhaan uwwifamee ture,
Dallaan dhagaa isaas jigee ture.+
-
-
Fakkeenya 26:14, 15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Namni dhibaaʼaan harka isaa saanii golboo keessa ni kaaʼa,
Garuu gara afaan isaatti deebisee fiduun baayʼee isa dadhabsa.+
-