Faarfannaa 37:25, 26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Ani dargaggeessan ture, amma garuu dulloomeera,Taʼus namni qajeelaan kam iyyuu yommuu gatamu,+Ijoolleen isaas yommuu nyaata* kadhatan hin argine.+ 26 Inni yeroo hundumaa fedhiidhaan liqeessa,+Ijoolleen isaas eebba argatu. Faarfannaa 112:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Inni balʼinaan* raabseera; hiyyeeyyiidhaafis kenneera.+ צ [Tsadee] Qajeelummaan isaa bara baraaf itti fufa.+ ק [Qoof] Jabinni* isaa ulfinaan ol ni kaafama. Luqaas 6:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Nama si kadhatu hundumaaf kenni;+ nama qabeenya kee si jalaa fudhatus akka siif deebisu hin gaafatin.
25 Ani dargaggeessan ture, amma garuu dulloomeera,Taʼus namni qajeelaan kam iyyuu yommuu gatamu,+Ijoolleen isaas yommuu nyaata* kadhatan hin argine.+ 26 Inni yeroo hundumaa fedhiidhaan liqeessa,+Ijoolleen isaas eebba argatu.
9 Inni balʼinaan* raabseera; hiyyeeyyiidhaafis kenneera.+ צ [Tsadee] Qajeelummaan isaa bara baraaf itti fufa.+ ק [Qoof] Jabinni* isaa ulfinaan ol ni kaafama.
30 Nama si kadhatu hundumaaf kenni;+ nama qabeenya kee si jalaa fudhatus akka siif deebisu hin gaafatin.