-
2 Seenaa Baraa 31:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Azaariyaan inni mana Saadoq keessaa dura buʼaa lubootaa taʼes, “Isaan kennaawwan kana gara mana Yihowaatti fiduu+ erga jalqabanii kaasee sabichi hamma quufutti nyaachaa tureera; wanti baayʼeen irraa hafeera; Yihowaan sabicha waan eebbiseefis wanti baayʼee hedduu taʼe kun irraa hafuu dandaʼeera”+ isaan jedhe.
-