-
Uumama 39:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Yihowaan garuu Yoseefii wajjin ture.+ Kanaan kan kaʼes, inni milkaaʼina argate; mana gooftaa isaa isa nama Gibxii taʼe sana irrattis ajajaa godhamee muudame.
-
-
Fakkeenya 17:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Tajaajilaan hubannaa qabu ilma gocha qaanessaa raawwatu irratti bulchaa taʼa;
Obboloota keessaa akka isa tokkoottis dhaala argata.
-