-
Maarqos 4:11, 12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Innis akkana isaaniin jedhe: “Iccitii qulqulluun+ Mootummaa Waaqayyoo isiniif kennameera; warra ala jiranitti garuu wanti hundi fakkeenyaan himama;+ 12 kunis, isaan kan ilaalan taʼus akka hin argineef, kan dhagaʼan taʼus ergaa isaa akka hin hubanneefi; isaan matumaa gara Waaqayyootti waan hin deebineef dhiifama hin argatan.”+
-