-
Maarqos 7:10, 11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Fakkeenyaaf Museen, ‘Abbaa kee fi haadha tee kabaji’+ akkasumas, ‘Namni abbaa isaa yookiin haadha isaatti wanta hamaa dubbatu* haa ajjeefamu’+ jedheera. 11 Isin garuu akkana jettu: ‘Namni tokko abbaa isaatiin yookiin haadha isaatiin, “Wanti ani qabuu fi ittiin si gargaaruu dandaʼu hundi qurbaana dha (kennaa Waaqayyoof adda baafame dha)” yoo jedhe,’
-