-
1 Saamuʼel 2:22, 23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Yeroo kanatti Eeliin baayʼee dulloomee ture; inni wanta ilmaan isaa Israaʼelota hundumaa irratti raawwachaa jiran hunda,+ akkasumas dubartoota karra dunkaana walgaʼii duratti tajaajilanii wajjin akka ciisan+ dhagaʼee ture. 23 Inni akkana isaaniin jedha ture: “Wanta akkanaa maaliif raawwattu? Wanti ani waaʼee keessan namoota hundumaa irraa dhagaʼaa jiru kun gaarii miti.
-