Iyyaasuu 22:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Akaan+ ilmi Zeeraa wanta guutummaatti balleeffamuu qabuu wajjin haala wal qabateen amanamaa utuu hin taʼin yeroo hafetti, guutummaa yaaʼii Israaʼel irratti dheekkamsi hin dhufnee?+ Balleessaa inni raawwateen kan duʼe isa qofa hin turre.’”+ 1 Qorontos 5:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Of jajuun keessan gaarii miti. Raacitii xinnoon guutummaa bukichaa akka bukeessu hin beektanii?+ Ibroota 12:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Hiddi summaaʼaan isin gidduutti biqilee rakkina akka hin uumnee fi namoota hedduu akka hin xureessineef, eenyu iyyuu gaarummaa Waaqayyoo isa guddaa utuu hin argatin akka hin hafne of eeggadhaa;+
20 Akaan+ ilmi Zeeraa wanta guutummaatti balleeffamuu qabuu wajjin haala wal qabateen amanamaa utuu hin taʼin yeroo hafetti, guutummaa yaaʼii Israaʼel irratti dheekkamsi hin dhufnee?+ Balleessaa inni raawwateen kan duʼe isa qofa hin turre.’”+
15 Hiddi summaaʼaan isin gidduutti biqilee rakkina akka hin uumnee fi namoota hedduu akka hin xureessineef, eenyu iyyuu gaarummaa Waaqayyoo isa guddaa utuu hin argatin akka hin hafne of eeggadhaa;+