Faarfannaa 49:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Isaan namoonni ogeeyyiin illee akka duʼan,Inni gowwaanis taʼe inni hubannaa hin qabne waliin akka badan,+Qabeenya isaaniis warra kaaniif dhiisanii deemuuf akka dirqaman ni ilaalu.+ Lallaba 1:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Hojii aduudhaa gaditti hojjetame hundumaa nan arge,Kunoo, wanti hundi gatii hin qabu, akkuma bubbee duukaa fiiguu ti.+ Lallaba 2:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Sababiin isaas, namni ogeessis taʼe namni gowwaan bara baraaf hin yaadatamu.+ Guyyoota dhufanitti namni hundi ni irraanfatama. Namni ogeessis akkuma namni gowwaan duʼutti ni duʼa.+ 1 Ximotewos 6:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Sababiin isaas, gara addunyaatti homaa fidnee hin dhufne, homaas fudhannee deemuu hin dandeenyu.+
10 Isaan namoonni ogeeyyiin illee akka duʼan,Inni gowwaanis taʼe inni hubannaa hin qabne waliin akka badan,+Qabeenya isaaniis warra kaaniif dhiisanii deemuuf akka dirqaman ni ilaalu.+
14 Hojii aduudhaa gaditti hojjetame hundumaa nan arge,Kunoo, wanti hundi gatii hin qabu, akkuma bubbee duukaa fiiguu ti.+
16 Sababiin isaas, namni ogeessis taʼe namni gowwaan bara baraaf hin yaadatamu.+ Guyyoota dhufanitti namni hundi ni irraanfatama. Namni ogeessis akkuma namni gowwaan duʼutti ni duʼa.+