Uumama 41:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Kanaafuu, Faraʼoon Yoseefiin akka fidaniif namoota erge;+ isaanis dafanii mana hidhaatii* isa fidan.+ Innis rifeensa isaa haaddatee, uffata isaas jijjiirratee Faraʼoon duratti dhihaate. Uumama 41:40 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 40 Ati mana koo irratti ajajaa taata; sabni koo hundis guutummaatti siif ni ajajama.+ Ani si irra kanan caalu mootii taʼuu kootiin* qofa dha.”
14 Kanaafuu, Faraʼoon Yoseefiin akka fidaniif namoota erge;+ isaanis dafanii mana hidhaatii* isa fidan.+ Innis rifeensa isaa haaddatee, uffata isaas jijjiirratee Faraʼoon duratti dhihaate.
40 Ati mana koo irratti ajajaa taata; sabni koo hundis guutummaatti siif ni ajajama.+ Ani si irra kanan caalu mootii taʼuu kootiin* qofa dha.”