Lakkoofsa 30:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Namni tokko Yihowaadhaaf wareega tokko yoo wareege+ yookiin wanta tokko irraa of qusachuuf wareega tokko wareeguudhaan+ dirqama keessa yoo of* galche, wanta jedhe sana cabsuu hin qabu.+ Wanta raawwachuuf kakate sana hundumaa raawwachuu qaba.+ Faarfannaa 66:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Aarsaawwan guutummaatti gubaman qabadhee gara mana kee nan dhufa;+Wareegawwan koos siif nan raawwadha,+
2 Namni tokko Yihowaadhaaf wareega tokko yoo wareege+ yookiin wanta tokko irraa of qusachuuf wareega tokko wareeguudhaan+ dirqama keessa yoo of* galche, wanta jedhe sana cabsuu hin qabu.+ Wanta raawwachuuf kakate sana hundumaa raawwachuu qaba.+
13 Aarsaawwan guutummaatti gubaman qabadhee gara mana kee nan dhufa;+Wareegawwan koos siif nan raawwadha,+