-
Isaayyaas 44:6, 7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
‘Ani isa jalqabaa fi isa xumuraa ti.+
Ana malee Waaqni kan biraan hin jiru.+
7 Kan akka kootii eenyu?+
Inni deebii haa kennu, haa dubbatu, naaf haa mirkaneessus!+
Isaan yeroon saba isa bara dheeraa dura ture hundeesse irraa jalqabee
Wantoota dhiheenyatti dhufan,
Wantoota gara fuulduraatti raawwatamanis haa dubbatan.
-