Faarfannaa 96:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 96 Yihowaadhaaf faarfannaa haaraa faarfadhaa.+ Guutummaan lafaa, Yihowaa faarfadhaa!+ Faarfannaa 98:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 98 Wantoota dinqisiisoo waan raawwateef,+Yihowaadhaaf faarfannaa haaraa faarfadhaa.+ Harki isaa inni mirgaa, irreen isaa inni qulqulluun fayyina argamsiiseera.*+ Mulʼata 14:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Isaan teessoo sana duratti, uumamawwan jiraatoo arfan+ sana durattii fi jaarsolii+ sana duratti faarfannaa haaraa fakkaatu tokko faarfatan;+ faarfannaa kanas warra 144,000+ lafa irraa bitaman sana malee namni kam iyyuu beekuu hin dandeenye.
98 Wantoota dinqisiisoo waan raawwateef,+Yihowaadhaaf faarfannaa haaraa faarfadhaa.+ Harki isaa inni mirgaa, irreen isaa inni qulqulluun fayyina argamsiiseera.*+
3 Isaan teessoo sana duratti, uumamawwan jiraatoo arfan+ sana durattii fi jaarsolii+ sana duratti faarfannaa haaraa fakkaatu tokko faarfatan;+ faarfannaa kanas warra 144,000+ lafa irraa bitaman sana malee namni kam iyyuu beekuu hin dandeenye.