Isaayyaas 44:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Yihowaan tarkaanfii waan fudhateef,Isin samiiwwan ililchaa! Isin iddoowwan gad fagoon lafaas ililchaa! Isin gaaronni,Ati bosonnii fi mukeetiin kee hundis ililchaa!+ Sababiin isaas, Yihowaan Yaaqoobiin fureera,Ulfina isaas Israaʼel irratti argisiiseera.”+ Ermiyaas 50:34 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 Haa taʼu malee, inni isaan furu jabaa dha.+ Maqaan isaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa ti.+ Biyyattiidhaaf boqonnaa kennuuf,+Jiraattota Baabilon irrattis jeequmsa fiduuf,+Inni dhugumaan dhimma seeraa isaanii irratti isaaniif ni falma.”+
23 Yihowaan tarkaanfii waan fudhateef,Isin samiiwwan ililchaa! Isin iddoowwan gad fagoon lafaas ililchaa! Isin gaaronni,Ati bosonnii fi mukeetiin kee hundis ililchaa!+ Sababiin isaas, Yihowaan Yaaqoobiin fureera,Ulfina isaas Israaʼel irratti argisiiseera.”+
34 Haa taʼu malee, inni isaan furu jabaa dha.+ Maqaan isaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa ti.+ Biyyattiidhaaf boqonnaa kennuuf,+Jiraattota Baabilon irrattis jeequmsa fiduuf,+Inni dhugumaan dhimma seeraa isaanii irratti isaaniif ni falma.”+