Keessa Deebii 7:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Kanaa mannaa, Yihowaan mana garbummaa fi humna* Faraʼoon mootii Gibxii jalaa isin furuuf+ harka jabaadhaan kan isin baase, Yihowaan waan isin jaallateef, kakuu abbootii keessaniif kakates waan eegeef ture.+ Ermiyaas 31:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Yihowaan fagoo irraa natti mulʼatee akkana naan jedhe: “Jaalala bara baraatiin si jaalladheera. Jaalala amanamaadhaan kanan ofitti si harkise* kanaafi.+
8 Kanaa mannaa, Yihowaan mana garbummaa fi humna* Faraʼoon mootii Gibxii jalaa isin furuuf+ harka jabaadhaan kan isin baase, Yihowaan waan isin jaallateef, kakuu abbootii keessaniif kakates waan eegeef ture.+
3 Yihowaan fagoo irraa natti mulʼatee akkana naan jedhe: “Jaalala bara baraatiin si jaalladheera. Jaalala amanamaadhaan kanan ofitti si harkise* kanaafi.+