-
1 Mootota 18:24, 25Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 Achiis isin maqaa waaqa keessanii waammadhaa;+ anis maqaa Yihowaa nan waammadha. Waaqni ibidda ergee deebii kennu, inni Waaqa dhugaa dha.”+ Yeroo kanatti namoonni sun hundi, “Wanti ati jette gaarii dha” jedhanii isaaf deebisan.
25 Eeliyaasis raajota Baʼaaliin, “Isin baayʼee waan taataniif, jalqaba jibicha tokko filadhaatii qopheessaa. Achiis maqaa waaqa keessanii waammadhaa; garuu ibidda itti qabsiisuu hin qabdan” jedhe.
-