-
Isaayyaas 12:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Kunoo, Waaqayyo fayyisaa koo ti.+
-
-
1 Ximotewos 2:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Kun, Waaqayyo isa Fayyisaa keenya taʼe duratti gaarii fi fudhatama kan qabu dha;+
-
-
Yihudaa 25Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
25 Waaqa tokkicha isa karaa Gooftaa keenya Yesuus Kiristoos Fayyisaa keenya taʼeef, ulfinni, guddinni, jabinnii fi aangoon bara darbe hundumaaf, ammaa fi bara baraaf haa taʼu. Ameen.
-