LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 2:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Yihowaan akkana jedha:

      “Abbootiin keessan baayʼee kan na irraa fagaatan,

      Waaqolii tolfamoo gatii hin qabne duukaa buʼanii+ ofii isaaniitiifis gatii kan hin qabne kan taʼan,+

      Balleessaa akkamii na irratti argatanii ti?+

  • Hoseʼaa 7:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Koorri Israaʼel isuma irratti ragaa baʼeera,+

      Isaan garuu gara Waaqa isaanii Yihowaatti hin deebine,+

      Kana hundumaa booda illee isa hin barbaaddanne.

  • Miikiyaas 6:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 “Yaa saba koo, maalan si godhe?

      Akkamittan si dadhabsiise?+

      Mee ragaa na irratti baʼi.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi