LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 1:14, 15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Ani* guyyoota baatiiwwan haaraa keessanii fi ayyaanota keessan jibbeera.

      Isaan baʼaa natti taʼaniiru;

      Isaan baachuunis na nuffisiiseera.

      15 Harka keessan yommuu diriirsitan,

      Ija koo isin duraa nan dhoksa.+

      Kadhannaa yoo baayʼistan iyyuu,+

      Ani isin hin dhagaʼu;+

      Harki keessan dhiigaan guutameera.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi