LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 79:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Olloota keenya duratti warra arrabsaman taaneerra;+

      Namoonni naannoo keenyaa nutti qoosu, nutti kolfus.

  • Faarfannaa 137:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Achitti warri nu boojiʼan faarfannaa tokko akka isaaniif faarfannu nu gaafatan,+

      “Faarfannaawwan Xiyoon keessaa isa tokko nuu faarfadhaa”

      Jedhanii nutti qoosuudhaan akka isaan bashannansiisnu barbaadan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi