2 Saamuʼel 15:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 Namoonni, “Ahitoofelis warra Abishaalomii+ wajjin sitti malan+ keessaa tokko dha” jedhanii Daawititti himan. Yeroo kanatti Daawit, “Yaa Yihowaa,+ maaloo, gorsa Ahitoofel gara gowwummaatti+ jijjiiri!” jedhe. Isaayyaas 29:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Kanaafuu, saba kana irratti ammas wanta dinqisiisaa kan raawwatu,+Dinqii irratti dinqii kan raawwatus ana dha;Ogummaan namoota isaanii warra ogeeyyii taʼanii ni bada,Hubannaan namoota isaanii warra hubatoo taʼaniis kan dhokfame ni taʼa.”+
31 Namoonni, “Ahitoofelis warra Abishaalomii+ wajjin sitti malan+ keessaa tokko dha” jedhanii Daawititti himan. Yeroo kanatti Daawit, “Yaa Yihowaa,+ maaloo, gorsa Ahitoofel gara gowwummaatti+ jijjiiri!” jedhe.
14 Kanaafuu, saba kana irratti ammas wanta dinqisiisaa kan raawwatu,+Dinqii irratti dinqii kan raawwatus ana dha;Ogummaan namoota isaanii warra ogeeyyii taʼanii ni bada,Hubannaan namoota isaanii warra hubatoo taʼaniis kan dhokfame ni taʼa.”+