-
Isaayyaas 29:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Kanaafuu, Yihowaan inni Abrahaamiin fure+ mana Yaaqoobiin akkana jedha:
-
-
Isaayyaas 54:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
Qaanii ijoollummaa keetti si irra gaʼe ni irraanfatta,
Salphina dubartii abbaan manaa irraa duʼe taʼuu keetiin si irra gaʼes kana booda hin yaadattu.”
-
-
Sefaaniyaa 3:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Guyyaa sanatti gochawwan kee warra ittiin na irratti fincilte sanaan kan kaʼe
-