Miikiyaas 7:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Namni amanamaan lafa irraa badeera;Namoota gidduu namni qajeelaan hin jiru.+ Hundi isaanii iyyuu dhiiga dhangalaasuuf riphanii eeggatu.+ Tokkoon tokkoon namaa obboleessuma isaa saaphana qurxummiitiin ni adamsa.
2 Namni amanamaan lafa irraa badeera;Namoota gidduu namni qajeelaan hin jiru.+ Hundi isaanii iyyuu dhiiga dhangalaasuuf riphanii eeggatu.+ Tokkoon tokkoon namaa obboleessuma isaa saaphana qurxummiitiin ni adamsa.