Isaayyaas 25:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Inni bara baraaf duʼa ni liqimsa,*+Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan fuula hundumaa irraa imimmaan ni haqa.+ Guutummaa lafaa irraa arrabsoo saba isaa irra jiru ni balleessa,Yihowaan kana dubbateera. Isaayyaas 30:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Sabichi Xiyoon keessa, jechuunis Yerusaalem keessa yommuu jiraatu+ ati matumaa hin boossu.+ Ati yommuu gargaarsa argachuuf iyyitu, inni dhugumaan gaarummaa sitti ni argisiisa; iyya kee akkuma dhagaʼeenis deebii siif ni kenna.+ Isaayyaas 35:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Warri Yihowaan fure ililchaa deebiʼanii gara Xiyoon ni dhufu.+ Isaan gammachuu dhuma hin qabne ni gonfatu.+ Ni gammadu, ni ililchus,Gaddii fi aaduunis achii ni baqatu.+
8 Inni bara baraaf duʼa ni liqimsa,*+Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan fuula hundumaa irraa imimmaan ni haqa.+ Guutummaa lafaa irraa arrabsoo saba isaa irra jiru ni balleessa,Yihowaan kana dubbateera.
19 Sabichi Xiyoon keessa, jechuunis Yerusaalem keessa yommuu jiraatu+ ati matumaa hin boossu.+ Ati yommuu gargaarsa argachuuf iyyitu, inni dhugumaan gaarummaa sitti ni argisiisa; iyya kee akkuma dhagaʼeenis deebii siif ni kenna.+
10 Warri Yihowaan fure ililchaa deebiʼanii gara Xiyoon ni dhufu.+ Isaan gammachuu dhuma hin qabne ni gonfatu.+ Ni gammadu, ni ililchus,Gaddii fi aaduunis achii ni baqatu.+