Isaayyaas 49:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Xiyoon garuu irra deddeebitee,“Yihowaan na dhiiseera,+ Yihowaan na irraanfateera”+ jetteetti. Isaayyaas 54:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Sababiin isaas, Yihowaan akka haadha manaa dhiifamtee fi gadda guddaa irra buuteetti,*+Akka haadha manaa ijoollummaatti heerumtee sana booda jibbamteetti si waameera” jedha Waaqni kee.
6 Sababiin isaas, Yihowaan akka haadha manaa dhiifamtee fi gadda guddaa irra buuteetti,*+Akka haadha manaa ijoollummaatti heerumtee sana booda jibbamteetti si waameera” jedha Waaqni kee.