-
Ermiyaas 25:15, 16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Yihowaan Waaqni Israaʼel akkana naan jedheera: “Xoofoo daadhii wayinii dheekkamsaa kana harka koo irraa fuudhiitii saboota ani itti si ergu hundumaa obaasi. 16 Isaan ni dhugu, ni gatantarus; goraadee ani isaan gidduutti erguun kan kaʼes akka nama maraatee ni taʼu.”+
-