-
Baʼuu 34:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Innis deebisee akkana jedhe: “Kunoo, ani kakuu kana nan gala: Guutummaa saba keetii duratti wantoota dinqisiisoo guutummaa lafaa irratti yookiin saboota hundumaa gidduutti matumaa raawwatamanii* hin beekne nan raawwadha;+ wanti ani siif raawwadhu kun wanta dinqisiisaa waan taʼeef, namoonni ati gidduu isaanii jiraattu hundi hojii Yihowaa ni argu.+
-