7 Booyyeen+ kotteen isaa baqaqee lamatti kan hirame taʼus alala hin guuru. Inni isiniif xuraaʼaa dha. 8 Foon isaanii irraa isa kam iyyuu hin nyaatinaa yookiin raqa isaanii hin tuqinaa. Isaan isiniif xuraaʼoo dha.+
17 “Warri isa walakkaatti argamu sana duukaa buʼuudhaan, gara iddoowwan biqiltuutti*+ seenuuf of qulqulleessanii fi of dhiqan, warri foon booyyee,+ wantoota jibbisiisoo fi hantuuta+ nyaatan hundi waliin ni dhumu” jedha Yihowaan.