5 Isin warri dubbii isaatiin romʼitan dubbii Yihowaa kana dhagaʼaa:
“Obboloonni keessan warri sababa maqaa kootiin isin jibbanii fi of irraa isin fageessan, ‘Yihowaan ulfina haa argatu!’ jedhaniiru.+
Inni garuu isinitti mulʼatee gammachuu isiniif argamsiisa,
Kan qaaneffamus isaanuma dha.”+