Isaayyaas 42:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 42 Ilaa, tajaajilaa koo+ isan deggeru! Isan filadhe,+ isan* itti gammadu!+ Ani hafuura koo isa keessa kaaʼeera;+Innis sabootaaf haqa ni fida.+ Yohaannis 1:32 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 32 Yohaannis akkana jedhees dhugaa baʼeera: “Ani, hafuurri akka gugeetti* samii irraa yommuu gad buʼu argeera; innis isa irra ni buufate.+ Hojii Ergamootaa 10:38 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 38 waaʼeen Yesuus isa nama Naazireet, Waaqayyo hafuura qulqulluu fi humnaan akkamitti akka isa dibe,+ akkasumas Waaqayyo isaa wajjin waan tureef+ wanta gaarii hojjechaa fi namoota Diyaabilosiin cunqurfaman hundumaa fayyisaa+ biyyattii keessa akka naannaʼe ni odeeffama ture.
42 Ilaa, tajaajilaa koo+ isan deggeru! Isan filadhe,+ isan* itti gammadu!+ Ani hafuura koo isa keessa kaaʼeera;+Innis sabootaaf haqa ni fida.+
32 Yohaannis akkana jedhees dhugaa baʼeera: “Ani, hafuurri akka gugeetti* samii irraa yommuu gad buʼu argeera; innis isa irra ni buufate.+
38 waaʼeen Yesuus isa nama Naazireet, Waaqayyo hafuura qulqulluu fi humnaan akkamitti akka isa dibe,+ akkasumas Waaqayyo isaa wajjin waan tureef+ wanta gaarii hojjechaa fi namoota Diyaabilosiin cunqurfaman hundumaa fayyisaa+ biyyattii keessa akka naannaʼe ni odeeffama ture.