-
Keessa Deebii 28:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 “Ati ajajawwan isaa warra ani harʼa si ajaju kana of eeggannoodhaan raawwachuudhaan mamii tokko malee sagalee Waaqa kee Yihowaa yoo dhageesse, Waaqni kee Yihowaan dhugumaan saboota lafa irraa kaan hundumaa irra ol si qaba.+ 2 Ati yeroo hundumaa sagalee Waaqa kee Yihowaa waan dhageessuuf, eebbawwan kun hundi siif ni dhufu, hordofaniis si bira gaʼu:+
-
-
Yooʼel 2:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Yihowaan saba isaatiif akkana jedhee deebisa:
-