LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 43:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Kanaafuu, Yohaanaan ilmi Qaareʼaa fi ajajjoonni raayyaa waraanaa hundi, akkasumas guutummaan sabichaa ajaja Yihowaa isa biyya Yihudaa keessa akka taaʼan isaaniif kennameef ajajamuu didan.

  • Ermiyaas 43:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Isaan sagalee Yihowaatiif ajajamuu didanii gara biyya Gibxii ni dhaqan; hamma Xaafnesittis+ ni qajeelan.

  • Zakkaariyaas 10:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Ani biyya Gibxii keessaa isaan nan deebisa,

      Asoor keessaas walitti isaan nan qaba;+

      Gara biyya Giiliyaadii+ fi Libaanonitti isaan nan fida,

      Iddoo gaʼaan isaaniif hin argamu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi