-
Ermiyaas 37:7, 8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 “Yihowaan Waaqni Israaʼel akkana jedha: ‘Mootii Yihudaa isa akka na gaafattaniif gara kootti isin erge sanaan akkana jedhaa: “Kunoo, raayyaan waraanaa Faraʼoon inni isin gargaaruuf dhufe gara biyya isaa Gibxiitti deebiʼuuf ni dirqama.+ 8 Kaladoonnis deebiʼanii dhufanii magaalaa kana waraananii ishii ni qabatu, ibiddaanis ishii ni gubu.”+
-