9 Ani isinii wajjinan jira; gara keessanitti nan garagala; isin ni qotamtu, sanyiinis isin irratti ni facaafama. 10 Saba keessan, jechuunis guutummaa mana Israaʼel, eeyyee, hunda isaanii nan baayʼisa; magaalonni kan namni keessa jiraatu ni taʼu;+ diiggaawwanis deebiʼanii ni ijaaramu.+