-
1 Mootota 21:9, 10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Xalayaawwan sana irrattis akkana jettee barreessite: “Sooma labsaa; Naabotis namoota hunda dura akka taaʼu godhaa. 10 Namoota gatii hin qabnee fi isa dura taaʼanii, ‘Ati Waaqayyoo fi mooticha arrabsiteetta!’+ jedhanii isa irratti ragaa baʼan lama qopheessaa.+ Achiis gad baasaatii dhagaadhaan tumaa isa ajjeesaa.”+
-