28 Akaaz+ yommuu mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 20 ture; inni Yerusaalem keessa taaʼee waggaa 16f ni bulche. Akka abbaan isaa Daawit godhetti, inni wanta Yihowaa duratti sirrii taʼe hin goone.+ 2 Kanaa mannaa, daandii mootota Israaʼel irra ni deeme;+ siidaawwan sibiilaa Baʼaalis ni hojjete.+