17 Yaa Waaqa koo, ati garaa namaa akka qortuu+ fi amanamummaatti akka gammaddu+ ani akka gaariitti nan beeka. Ani garaa koo isa qajeelaadhaan kakaʼee wantoota kana hunda fedhiidhaan dhiheesseera; sabni kee inni asitti argame fedhiidhaan siif kennuu isaa arguu koottis baayʼee gammadeera.