-
Isaayyaas 26:17, 18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Yaa Yihowaa, akkuma dubartiin ulfaa yeroo daʼuuf jettutti
Ciniinsifattuu fi dhiphattee iyyitutti,
Nutis sababa keetiin akkasuma taane.
18 Ni ulfoofne, ni ciniinsifannes,
Garuu akkuma waan qilleensa deenyee taane.
Nuti biyyattiidhaaf fayyina hin fidne,
Biyyattii keessa jiraachuufis namni dhalate tokko illee hin jiru.
-