-
Leewwota 7:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Inni galata isaa ibsuuf kan isa dhiheessu yoo taʼe,+ maxinoo bifa amartiitiin tolfamee fi zayitiidhaan makame, maxinoo haphii zayitii dibame, akkasumas maxinoo daakuu bullaaʼaa irraa bifa amartiitiin tolfamee fi akka gaariitti zayitiidhaan makamee jiidhe aarsaa galataa sanaa wajjin ni dhiheessa.
-
-
Faarfannaa 107:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Aarsaa galataa haa dhiheessan,+
Ililchuudhaanis hojiiwwan isaa haa labsan.
-