Ermiyaas 37:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Bulchitoonni sunis Ermiyaasitti akka malee aaran;+ achiis isa rukutanii mana Yehonaataan isa barreessaa taʼe sanaa keessatti isa hidhan;*+ manni kun mana hidhaa taʼee tajaajila ture.
15 Bulchitoonni sunis Ermiyaasitti akka malee aaran;+ achiis isa rukutanii mana Yehonaataan isa barreessaa taʼe sanaa keessatti isa hidhan;*+ manni kun mana hidhaa taʼee tajaajila ture.