-
Ermiyaas 33:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
33 Utuma Ermiyaas Mooraa Eegdotaa+ keessatti hidhamee jiruu dubbiin Yihowaa akkana jedhu yeroo lammataatiif gara isaa ni dhufe:
-
-
Ermiyaas 38:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 achiis isaan Ermiyaasiin wadaroodhaan harkisanii boolla bishaanii keessaa baasan. Ermiyaasis Mooraa Eegdotaa+ keessa jiraate.
-