Ermiyaas 38:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Ebeedmeleek+ namni Itoophiyaa inni xuʼaashii* mana* mootichaa taʼe, Ermiyaasiin boolla bishaanii keessa buusuu isaanii ni dhagaʼe. Yeroo kanatti mootichi Karra Biiniyaam bira taaʼee ture;+
7 Ebeedmeleek+ namni Itoophiyaa inni xuʼaashii* mana* mootichaa taʼe, Ermiyaasiin boolla bishaanii keessa buusuu isaanii ni dhagaʼe. Yeroo kanatti mootichi Karra Biiniyaam bira taaʼee ture;+