Hoseʼaa 3:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Sana booda sabni Israaʼel deebiʼanii dhufanii Waaqa isaanii Yihowaa fi Daawit mootii isaanii+ ni barbaaddatu;+ isaan bara dhumaatti gaarummaa isaa argachuuf hollachaa gara Yihowaa ni dhufu.+
5 Sana booda sabni Israaʼel deebiʼanii dhufanii Waaqa isaanii Yihowaa fi Daawit mootii isaanii+ ni barbaaddatu;+ isaan bara dhumaatti gaarummaa isaa argachuuf hollachaa gara Yihowaa ni dhufu.+