Ermiyaas 4:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 “Sabni koo gowwaa dha;+Isaan na hin beekan. Isaan ilmaan gowwoota taʼan warra hubannaa hin qabne dha. Wanta hamaa hojjechuu irratti dandeettii guddaa qabu,*Akkamitti wanta gaarii akka hojjetan garuu hin beekan.”
22 “Sabni koo gowwaa dha;+Isaan na hin beekan. Isaan ilmaan gowwoota taʼan warra hubannaa hin qabne dha. Wanta hamaa hojjechuu irratti dandeettii guddaa qabu,*Akkamitti wanta gaarii akka hojjetan garuu hin beekan.”