9 Yihowaan itti fufuudhaan Museedhaan akkana jedhe: “Sabni kun didaa* taʼuu isaa ani argeera.+10 Kanaafuu, aarii koo isa bobaʼaadhaan haxaaʼee isaan nan balleessa; siin garuu saba guddaa nan godha.”+
14 “Ati* garuu saba kanaaf hin kadhatin. Ani badiisa isaan irra gaʼuun kan kaʼe yommuu na waammatan waanan hin dhageenyeef, isaaniif jettee gara kootti hin iyyin yookiin isaaniif hin kadhatin.+