-
Ermiyaas 8:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Daan irraa sagaleen fardeen diinaa ni dhagaʼama.
Guutummaan biyyattii,
Sagalee fardeen kormaa isaa warra himimsaniin ni kirkirti.
Isaan seenanii biyyattii fi wanta ishii keessa jiru hundumaa,
Magaalattii fi jiraattota ishiis ni nyaatu.”
-
-
Faaruu Ermiyaas 2:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Ati akka waan guyyaa ayyaanaa taʼetti,+ kallattii hundumaatii jeequmsa waamteetta.
-