Keessa Deebii 28:48 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 48 Yihowaan diinota kee sitti ni erga; atis beeloftee,+ dheebottee, daartee, akkasumas wanta hundumaa dhabdee utuu jirtuu isaan tajaajilta.+ Innis haxaaʼee hamma si balleessutti waanjoo sibiilaa morma kee irratti ni feʼa. Ermiyaas 16:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Kanaafuu, ani biyya kana keessaa isin baasee biyya isinis taatan abbootiin keessan hin beeknetti isin nan gata;+ achitti isin waaqolii kan biroo halkanii guyyaa tajaajiluuf dirqamtu;+ sababiin isaas, ani gara laafina isinitti hin argisiisu.”’
48 Yihowaan diinota kee sitti ni erga; atis beeloftee,+ dheebottee, daartee, akkasumas wanta hundumaa dhabdee utuu jirtuu isaan tajaajilta.+ Innis haxaaʼee hamma si balleessutti waanjoo sibiilaa morma kee irratti ni feʼa.
13 Kanaafuu, ani biyya kana keessaa isin baasee biyya isinis taatan abbootiin keessan hin beeknetti isin nan gata;+ achitti isin waaqolii kan biroo halkanii guyyaa tajaajiluuf dirqamtu;+ sababiin isaas, ani gara laafina isinitti hin argisiisu.”’