Isaayyaas 1:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Dhiqadhaa, of qulqulleessaa;+Gochawwan hamminaa keessan na duraa balleessaa;Wanta hamaa raawwachuu keessan dhiisaa.+ Hisqiʼel 18:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 “‘Ani namni hamaan duʼuu isaatti nan gammadaa?+ Inni daandii isaa irraa deebiʼee lubbuudhaan akka jiraatun filadha mitii?’+ jedha Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan.
16 Dhiqadhaa, of qulqulleessaa;+Gochawwan hamminaa keessan na duraa balleessaa;Wanta hamaa raawwachuu keessan dhiisaa.+
23 “‘Ani namni hamaan duʼuu isaatti nan gammadaa?+ Inni daandii isaa irraa deebiʼee lubbuudhaan akka jiraatun filadha mitii?’+ jedha Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan.